HIIBBOO? Hibib Afan Oromoo 3.2

Lizenz: kostenlos ‎Dateigröße: 4.19 MB
‎Benutzerbewertung: 0.0/5 - ‎0 ‎Stimmen

Hiibboo ist gleichbedeutend mit Riddle im Englischen, fast :) Hiibboo oder Riddle ist eine Form des Ratespiels, das ein Teil der Folklore der meisten Kulturen aus der Antike war. Die App enthält einige Hiibboo Fragen in Afan Oromo Sprache. Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokkoo. Taphni kunis bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baayyee kan taphatamus galgala erga loon galanii booda hanaga sa'atiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa'aniiti. Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta'uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta'an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan 'beekte ykn argatte' jadheenii bakka waljijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta'un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta'un tapha isaanii itti fufu. http://om.wikipedia.org/wiki/Hiibboo Bitte bewerten Sie unsere App im Google Play Store. Dankeschön für das Herunterladen,

VERSIONSVERLAUF

  • Version 3.2 veröffentlicht auf 2020-06-17
    Kleinere Fehlerbehebungen.
  • Version 1.0 veröffentlicht auf 2015-03-06

Programmdetails